Daily Archives: January 20, 2019

Dhimma: Xalayaa saffisaa fi banaa waraana dhaabuu fi gidiiraa ummata keenya naannoo Oromiyaa

Dhimma: Xalayaa saffisaa fi banaa waraana dhaabuu fi gidiiraa ummata keenya naannoo Oromiyaa Amajjii 14, 2019 Kabajamoo Dr. Abiy Ahmed Ali Muummee Ministeeraa Ripaablika Dimookraatawaa Itoophiyaa Finfinnee, Itoophiyaa Kabajamoo Dr. Lammaa Magarsaa Prezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Finfinnee, Itoophiyaa Dhimma: Xalayaa… Read More »

Sagalee Bosonaa: Har’a garuma ganamaa keessa Haacaaluu Sagalee gaafa roorroo

Sagalee Bosonaa: Har’a garuma ganamaa keessa Haacaaluu Sagalee gaafa roorroo Amajjii 20/2019, via Dabare Seenaa Har’a garuma ganamaa keessa Haacaaluu Sagalee gaafa roorroo, faalee ummata Oromoo maqaa dhahuu eegalan. Warri shira barate. Artist Haacaaluun, “ABOn yoo maal ta’e, Oromoon maal hin… Read More »

የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን!

የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን! (የኦነግ መግለጫ – ጥር 11 ቀን 2011 ዓ.ም.) በትላንትናው ዓርብ (ጥር 10፡ 2011 ዓም) ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር ከፍተኛ ኣመራሮች መካከል ኣንዱ የሆኑት የኦነግ ስራ-ኣስፈጻሚ ኮሚቴ ኣባልና… Read More »

Kan Ajjeesuufi kan Hidhu Mootummaa Kan Gaafatamu ABO (inbox)

Kan Ajjeesuufi kan Hidhu Mootummaa Kan Gaafatamu ABO (inbox) By Simbirtuu Barii, Gola Oromiyaa irraa ================= Yeroo ilma ajjeesanii haadha irra teesissan WBOn eessa jiraa? Gaaffii kallatti hin qabne, gaaffii gowwaa. Deebii: Eenyu kan ajjeesaafi hidha turee? Kan ilma ajjeesee… Read More »