Daily Archives: January 30, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 30, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 30, 2019 SBO AMAJJII 30 Bara 2019. Oduu, Ajjechaa Godina Iluu Abbaa Booraa fi Hidhaa fi Dararaa Godinoota Shaggar Lixaa fi Wallaggaa Lixaa irratti gaaffii fi deebii namoota adda addaa waliin taasisame.