Daily Archives: January 31, 2019

Lama Du’uun Hamaa Dha!

Lama Du’uun Hamaa Dha! Damee Boruu:1/31/2019 Bara 1992 WBOn kuma digidamaa ol tahu akka kaampi galuu murtaa’e. Mootumman EPRDF malaamaltumman itti murteesse macaqi godhee fixe. Walii galtee ABO fi EPRDF jiddutti godhame irratti yaroo hundaa kan komatamu Obbo Leencoo Lataa,… Read More »

Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP jidduutti taasifame laalchisee, gammachuu fi yaaddoo nutti dhagayamu ibsachuu

Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP jidduutti taasifame laalchisee, gammachuu fi yaaddoo nutti dhagayamu ibsachuu Global Gumii Oromia 6909 Laurel Ave Tacoma Park, MD 20913 Secretariat: (202) 509-1187 http://www.globalgumiioromia.com Guyyaa: Amajjii 27, 2019 Dhimma: Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP… Read More »