Daily Archives: February 15, 2019

Dhaamsa Hatattamaa Jaal Marrii irra: Uummata Oromoo Maraaf

#DHAAMSA HATATTAMAA JAAL MARROO IRRA:- #UUMMATA OROMOO MARAAF;- Guraandhala 16, 2019 Nagaan isiniif haata’u. Nagaa kootti aansee diinni huma ishii gara keenyaatti karaa lafoo fi xiyyaaraan akka guuraa jirtu argaa jirra. Araara jechuun yaadaa fi qalbii uummata keenyaa akkasumas safuu abbaa gadaa eeguuf… Read More »