Daily Archives: February 20, 2019

VOA Afaan Oromoo, Guraandhala 20, 2019

VOA Afaan Oromoo, Guraandhala 20, 2019  Kaleessa Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Booruutti Miseensonni Raayya Ittisa Biyyaa namoota irratti dhukaasanii lubbuun namoota torbaa darbuu jiraattonni himan. Dhukaasa kanaan dubartii ulfaa tokko dabalatee namni jahas madaa’aniiruu jedhu jiraattonni.Bulchaan Aanaa Sabbaa Booruu… Read More »