Monthly Archives: February 2019

Daniel Dafa – on current encampment in Oromia

Daniel Dafa – on current encampment in Oromia, February 23, 2019

Mee waan ganama siin jedhe kana Jaallawaniif dabarsi. Yoo dandahamee miseensi WBO tokkoon tokkoon isaa utuu dubbisee gaarii dha

Mee waan ganama siin jedhe kana Jaallawaniif dabarsi. Yoo dandahamee miseensi WBO tokkoon tokkoon isaa utuu dubbisee gaarii dha. Via Tolera Abera, Guraandhala 23, 2019 Filmaata Dhuunfaa Miseensota WBOf WBO amma haala jijjirama biyyattii keessatti argameen filmaatni isinii dhihaate. Akka… Read More »

WBO: Irra Guddaa Shororkeessaa Taphaa Kan Jiru Motummaa dha

WBO: Irra Guddaa Shororkeessaa Taphaa Kan Jiru Motummaa dha Guraandhala 22, 2019 Godina Gujii aanaa Oddoo Shaakkisoo ganda Sawwanaa keessatti Waraanni Mootummaa Itoophiyaa namoota 6 guyyaa tokkotti ajjeese. Guraandhala 22/2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Oddoo Shaakkisoo ganda Sawwanaa… Read More »

Gaaffiif deebii jaal Goollicha Dhengee fi Gaazixeessaa Dhaabasaa Waaqjiraa waliin godhan

Gaaffiif deebii jaal Goollicha Dhengee fi Gaazixeessaa Dhaabasaa Waaqjiraa waliin godhan Gaaffiif deebii jaal Goollicha Dhengee fi Gaazixeessaa Dhaabasaa Waaqjiraa waliin godhan Qalbeessa Dhangi’aa barreeffamatti jijjiiruun, Guraandhala 22, 2019 “…. uummatni Oromoo nam 50 miti nam miliyoona 50, namni 50 nama… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Guraandhala 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Guraandhala 22, 2019 SBO GURRAANDHALA 22, 2019. Oduu, Miidhaa waraanni mootummaa EPRDF Gujii Bahaa keessatti geggeessaa jiru irratti gaaffii fi deebii ummata naannoo waliin taasisamee fi marii Obbo Lubee Birruu waliin taasisame

RSWO – Gur 22, 2019: Namoonni miseensa WBO hin ta’in danuun, “miseensa WBO” jedhamuun mooraatti galan

RSWO – Gur 22, 2019: Namoonni miseensa WBO hin ta’in danuun, “miseensa WBO” jedhamuun mooraatti galan – Irra-jireessi hidhattoota koreen teekiniikaa “WBO”dha jedhanii, Aanaa Manasibuu keessaa galchanii, WBO osoo hin taane, jiraattotuma naannoo sanaa ta’uu; – Marii Hayyuu Oromoo Obbo… Read More »

The Rayan people want an end to rule by Tigray

The Rayan people want an end to rule by Tigray February 22, 2019, by Haileab Seyoum (Ethiopia Insight) — The protests in Raya during the ongoing national transition can be traced back directly to Ethiopia’s last political transition. Following the… Read More »

VOA Afaan Oromoo, Guraandhala 20, 2019

VOA Afaan Oromoo, Guraandhala 20, 2019  Kaleessa Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Booruutti Miseensonni Raayya Ittisa Biyyaa namoota irratti dhukaasanii lubbuun namoota torbaa darbuu jiraattonni himan. Dhukaasa kanaan dubartii ulfaa tokko dabalatee namni jahas madaa’aniiruu jedhu jiraattonni.Bulchaan Aanaa Sabbaa Booruu… Read More »

“ITOOPHIYUMMAAN ARAADA” – Adeemsa Balaa Guddaa Qabu

“ITOOPHIYUMMAAN ARAADA” – Adeemsa Balaa Guddaa Qabu Berhanuu Hundeetin, Guraandhala Dhimmi kun calqabarra Obboo Lammaa Magarsaatiin haa dubbatamu malee, ergasii asi garuu warra “Team Lammaa” jedhamaniin bali’naan irratti hojjetamaa waan jiru fakkaata. Maaliif dhimma kanatti akka xiyyeeffatan sababa isaa jaruumaaf… Read More »

Hogantoota Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Adda Addaa !

Hogantoota Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Adda Addaa ! Guraandhala 19, 2019 Ajajaa zoonii Lixaa Jaal MARROO Ajajaa zoonii kibbaa Jaal GOOLIICHA Ajajaa zoonii Gidduugalaa Jaal SANYII Ajajaa Zoonii Baha JaalMURATAA Inni Amma Odeeffama jiruu Kijiba WBO’n Kaayyoo Ba’eef hin Sharafu… Read More »

Ex-Unionist Party Leader’s Sidama Condescending Remark Is Deplorable Insult to the Nation!

Ex-Unionist Party Leader’s Sidama Condescending Remark Is Deplorable Insult to the Nation! Sidama National Liberation Front -SNLF, February 17, 2019 With utter disgust and consternation, we observed the ex-unionist party known as Semayawi leader, ‘Yilkal Getnet’ attempting to berate and belittle… Read More »