Monthly Archives: March 2019

Jaal Marroo Waliin jirra! WBO gaachana keenya!

Jaal Marroo Waliin jirra! WBO gaachana keenya!

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019 SBO Bitootessa 22, 2019. Oduu, Ajjechaa Bitootessa 19,2019 Godina Wallagga Lixaa Ona Najjoo keessatti namoota 5 irratti raawwatame ilaalchisee gaaffii fi deebii taasisamee fi marii hoggantoota WMT waliin godhame kutaa 4ffaa  Sitti… Read More »

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame (Ibsa ABO – Bitootessa 22, 2019) Guyyoota 3 dura (Bitootessa 19, 2019) Godina Dhiha Wallaggaa naannoo Magaalaa Najjootti namootni meesha-maleeyyiin (Civilians) 5 kan lammiileen biyya alaa 2 keessatti argaman ajjeefamuun… Read More »

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee Baatii jaha dura waan har’a Oromiyaa keessatti tahaa jiru kan ilaalu Uummata Oromoo hubachiisuuf  maxxansaa “Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee”jedhu  barreessen ture. Gaafa 7/21/2018  Ayyaantuu irrattis bahee turee. Haalli uummatni keenya keessa jiru… Read More »

SEIFE NEBELBAL RADIO is live now, March 21, 2019

SEIFE NEBELBAL RADIO is live now, March 21, 2019 

Weerara hidhattootni Argabboo fi Amaaraa walta’uudhaan Shawaa Bahaa Onoota Boosatii fi Fantaallee

Weerara hidhattootni Argabboo fi Amaaraa walta’uudhaan Shawaa Bahaa Onoota Boosatii fi Fantaallee G/SHAWAA LIXAA AANAA CALIYYAA #Guyyaa har’aa!! .”Sobaaf sossobaan biyya hin bulchan” Godina lixa shaggar Aanaa Calliyaa,magaala Geedoo! Hara’a 1, OPDOn ummata keenya bakka hinbuutu 2, Finfinneen kan keenya… Read More »

Filmaata Itoophiyaa Kan Bara 2020: Oromoon Ittiqophaa’ee Jiraa?

Filmaata Itoophiyaa Kan Bara 2020: Oromoon Ittiqophaa’ee Jiraa? Berhanu Hundee tiin, Bitootessa 20, 2019 Guutumaa guutuutti jijjiiramni argame jedhamuu baatus, biyya Itoophpiyaa jedhamtu tana keessatt, ji’oota muraasaaf qilleensi jijjiiramaa mul’achaa ture. Haa ta’u malee, qilleensi kun rakkoolee biyya tanaatiin amma… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 20, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 20, 2019 SBO Bitootessa 20, 2019. Oduu, Ibsa Walgahii Shanee Gumii ABO, Weerara Shawaa Bahaa keessatti deemsisamaa jiruu fi Yakka waraanni EPRDF Wallagga Lixaa Ona Gullisoo keessatti raawwataa jiru irratti marii namoota adda addaa waliin… Read More »

የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴ ስብሰባ መግለጫ

የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴ ስብሰባ መግለጫ መጋቢት 9, 2011 ዓ.ም የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴ ከመጋቢት 4 – 8, 2011 ዓ.ም ባደረገዉ ስብሰባ መነሻነት፣ በሀገሪቷ እና በኦሮሞ ህዝብ የነፃነት ትግል ህደት ላይ ሰፊ ዉይይት ካደረገ በኃላ ካለንበት… Read More »

ONN LIVE : Qophii Addaa komii jiraatonni Oromiyaa Lixaa, Ona Gidaamii fi WBO naannoo kanatti socho’a

ONN LIVE : Qophii Addaa komii jiraatonni Oromiyaa Lixaa, Ona Gidaamii fi WBO naannoo kanatti socho’a ONN LIVE : Qophii Addaa komii jiraatonni Oromiyaa Lixaa, Ona Gidaamii fi WBO naannoo kanatti socho’an mootummaan keemiikaala summa’aa gargaaramuun midhaa gessisee jira kan… Read More »