Daily Archives: March 2, 2019

Down! Down! OPDOn Yaroon Isaa Amma!

Down! Down! OPDOn Yaroon Isaa Amma! Damee Boruuntin, Bitootessa 2, 2019 Mootummaan Impaayera Itoophiyaa bulchaa jiru seeraanis tahe heeraan Mootummaa EPRDF. Afaanfajjii fi dogongoraa Uummata Oromoo gowwoomsuuf godhamu keessa inni guddaan mootummaan kun kan Oromooti jechuu dha. Kijiba kanan Oromoon… Read More »

Caasaa burjaajessaa OPDO

Caasaa burjaajessaa OPDO via Facebook Mootummaan bara darbe irraa eegaluun caasaa kijibaa hojjattoota mootummaa ittiin burjaajessu qopheessaa jira. Caasan bara darbee sadarkaa biyyaatti hojjataa ittiin burjaajessaa turan kan maqaa qorannoo caasaa jedhuun dabballoonni EPRDF maallaqa biliyoonan ittiin saamaa turaniidha. Caasan… Read More »

Seife Nebelbal Radio, Eyob Comments About Finfinnee, March 1, 2019

Seife Nebelbal Radio, Eyob Comments About Finfinnee, March 1, 2019 Seife Nebelbal Radio, Eyob Comments About Finfinnee, March 1, 2019

WBO Gaachan keenya…WBO hiikkachiisuu jechuun Oromoo salphisuudha….

WBO Gaachan keenya…WBO hiikkachiisuu jechuun Oromoo salphisuudha…. Via Qalbeessaa Dhangi’aa, Bitootessa 1, 2019  “WBO Gaachan keenya…WBO hiikkachiisuu jechuun Oromoo salphisuudha….” Qeerroo Oromoo Gujii WBO waliin falmii finiinsaa jira. Qeerroon akkuma kaleessaa WBO (waraana) isaa abdatee waraana mootummaa manneen uummataa… Read More »