Daily Archives: March 8, 2019

Mormiin Abbaa Biyyummaa Oromiyaa itti fufee oole. Sindhiifnu Finfinnee jedhu

Mormiin Abbaa Biyyummaa Oromiyaa itti fufee oole. Sindhiifnu Finfinnee jedhu Via Dhaabasa Gemalal Haga badanitti nama balleessu; Hinmilkaa’an! “icitii dhugaa gola komandi post Wallaggatti bobba’eerra Obbo Alamuu Simee vidio conference 23/ o6/11 guyyaa sambta duraa icitiidhaan gaggeesse ture. Warra komand… Read More »

ONN LIVE : Oduu Olmaa Oromiyaa – Bitootessa 8, 2019

ONN LIVE : Oduu Olmaa Oromiyaa ONN LIVE : Oduu Olmaa Oromiyaa :- Mormiin godinalee Oromiyaa keessatti Qeerroo Oromoodhaan geggeffamaa jiru itti fufee ooleera. Waldaan Hawaasummaa guddichi Maccaa fi Tulamni eeyyama argachuun hojii iddilee eegaluuf jedha. Lakkoofsa manneenii fi ummataa… Read More »

Hiriira mormii Gaaffiin Kabajamuu Mirga Abbaa Biyyummaa magaalallee Oromiyaa keessati deema jiru

Hiriira mormii Gaaffiin Kabajamuu Mirga Abbaa Biyyummaa magaalallee Oromiyaa keessati deemaa jiru Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa: ====================== Hiriira mormii Gaaffiin Kabajamuu Mirga Abbaa Biyyummaa ganama kana magaalallee Oromiyaa keessati deema jiru. 1 Amboo 2 Ejerree 3 Burayyuu 4 Sabataa-Alamganaa 5 Xaafoo… Read More »

Sidama: Doomed To Failure Is SNNPRS and Its Plots Of Blocking the Sidama’s Stride Toward Regional Self-Governance!

Sidama: Doomed To Failure Is SNNPRS and Its Plots Of Blocking the Sidama’s Stride Toward Regional Self-Governance! Sidama National Liberation Front -SNLF March 07, 2019 ‘KUDOS TO SIDAMA’S SNNPRS MEMBERS WHO BOYCOTTED SIDAMA DENIGRATING MEETING’ Two weeks ago the SNNPRS central… Read More »

Oromo say NO to Addis Ababa Master Plan 2.0!

Oromo say NO to Addis Ababa Master Plan 2.0! By Abba Orma (PhD), March 8, 2019 Oromo it is in your right to invoke Article 39 and form an independent Oromia before Oromia perishes! Illegal settlements of Amhara on Oromo… Read More »