Daily Archives: March 11, 2019

Bishootuu: Xiyyaarichi osoo hin kufin dura haalli achi keessa ture kana fakkaata

Xiyyaarichi osoo hin kufin dura haalli achi keessa ture kana fakkaata  Xiyyaarichi osoo hin kufin dura haalli achi keessa ture kana fakkaata warri Muslimaa Shahadaa qabachaa turan Rabbi warra Jannataa isaan haa godhu badii isaanii Rahmaan haa araaramuuf Baayyee… Read More »

Finfinneef Daangaa Bulchiinsaa Sararuu Caalaa Mirgi Abbummaa Oromiyaa Heereffamee Bulchiinsi Isii Oromiyaa Jala Galuutu Furmaata Waaraa Taha

Finfinneef Daangaa Bulchiinsaa Sararuu Caalaa Mirgi Abbummaa Oromiyaa Heereffamee Bulchiinsi Isii Oromiyaa Jala Galuutu Furmaata Waaraa Taha. (Ibsa ABO – Bitootessa 10, 2019) Finfinneen handhuura Oromiyaa ti. Kun dhimma falamsiisaa fi kan gaaffii kaasisus miti. Qormaata seenaa fi marii qaamota… Read More »