Daily Archives: March 15, 2019

Shira Duloomaa Afarsuun Garaagrummaa Hin Fidu!

  Damee Boruutin, Bitootessa 15, 2019 Shirri guddaan sadarka ol aanatti Qabsoo Bilisummaa Uummata Oromoo irratti humna, dandeettii fi ogummaa nafxanyootaa fi Mootummaa EBRDFiin agamame WBOn injifannoo guutuun irra aanee jira. Shira sana Shira Jaaraa Digdamii Tokkoffaa Uummata Oromoo irratti… Read More »

WBO Mooraa Xoolayii Jiru Keessa Gariin Seerati ni dhiheesinaa, jetti OPDOn

WBO Mooraa Xoolayii Jiru Keessa Gariin Seerati ni dhiheesinaa, jetti OPDOn Via Caalaa Hayiluu Abaataa, Bitootessa 15, 2019 #AmmeeMooraaXoollay irras ”Guyyaa har’aa 15/3/2019 Daballoon OPDO mooraa xoollayii dhaquun WBO fi HD ABO gidduu shakkii uumuuf shira xaxaa oolte. Dabballoonni kun 1… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 15, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 15, 2019 SBO Bitootessa 15, 2019. Oduu fi Deebi’ee banamuuf hayyama argachuu Waldaa Maccaa-Tuulamaa ilaalchisee gaaffii fi deebii Obbo Dirribii Damisee piresidaantii waldichaa duranii fi Obbo Waleensuu Reebuu waliin taasisame