Daily Archives: March 21, 2019

SEIFE NEBELBAL RADIO is live now, March 21, 2019

SEIFE NEBELBAL RADIO is live now, March 21, 2019 

Weerara hidhattootni Argabboo fi Amaaraa walta’uudhaan Shawaa Bahaa Onoota Boosatii fi Fantaallee

Weerara hidhattootni Argabboo fi Amaaraa walta’uudhaan Shawaa Bahaa Onoota Boosatii fi Fantaallee G/SHAWAA LIXAA AANAA CALIYYAA #Guyyaa har’aa!! .”Sobaaf sossobaan biyya hin bulchan” Godina lixa shaggar Aanaa Calliyaa,magaala Geedoo! Hara’a 1, OPDOn ummata keenya bakka hinbuutu 2, Finfinneen kan keenya… Read More »

Filmaata Itoophiyaa Kan Bara 2020: Oromoon Ittiqophaa’ee Jiraa?

Filmaata Itoophiyaa Kan Bara 2020: Oromoon Ittiqophaa’ee Jiraa? Berhanu Hundee tiin, Bitootessa 20, 2019 Guutumaa guutuutti jijjiiramni argame jedhamuu baatus, biyya Itoophpiyaa jedhamtu tana keessatt, ji’oota muraasaaf qilleensi jijjiiramaa mul’achaa ture. Haa ta’u malee, qilleensi kun rakkoolee biyya tanaatiin amma… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 20, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 20, 2019 SBO Bitootessa 20, 2019. Oduu, Ibsa Walgahii Shanee Gumii ABO, Weerara Shawaa Bahaa keessatti deemsisamaa jiruu fi Yakka waraanni EPRDF Wallagga Lixaa Ona Gullisoo keessatti raawwataa jiru irratti marii namoota adda addaa waliin… Read More »