Daily Archives: March 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019 SBO Bitootessa 22, 2019. Oduu, Ajjechaa Bitootessa 19,2019 Godina Wallagga Lixaa Ona Najjoo keessatti namoota 5 irratti raawwatame ilaalchisee gaaffii fi deebii taasisamee fi marii hoggantoota WMT waliin godhame kutaa 4ffaa  Sitti… Read More »

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame (Ibsa ABO – Bitootessa 22, 2019) Guyyoota 3 dura (Bitootessa 19, 2019) Godina Dhiha Wallaggaa naannoo Magaalaa Najjootti namootni meesha-maleeyyiin (Civilians) 5 kan lammiileen biyya alaa 2 keessatti argaman ajjeefamuun… Read More »

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee Baatii jaha dura waan har’a Oromiyaa keessatti tahaa jiru kan ilaalu Uummata Oromoo hubachiisuuf  maxxansaa “Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee”jedhu  barreessen ture. Gaafa 7/21/2018  Ayyaantuu irrattis bahee turee. Haalli uummatni keenya keessa jiru… Read More »