Daily Archives: March 28, 2019

Haaromsa ODP. Where is the change? ጉድ እኮ ነው!

Oduu Ammee: Haaromsa ODP. Where is the change? ጉድ እኮ ነው! Koreen hojii rawwachiftuu ODP, bakka Dr Workinee Gabayyoo Obbo #Umar Huseen filachuun walgahiisaa xumuramee jira. Dr. Alamuu Simee dhimma kana ilaalchisuun midiyaaf Ibsa kennaniiru. Haluma kanaan KHR ODP: 1.… Read More »

Qaamni_WBO uummata keessaa baafna jedhee socho’uu fi namni galaana keessaa Lilmee barbaadu tokko!

#Qaamni_WBO uummata keessaa baafna jedhee socho’uu fi namni galaana keessaa Lilmee barbaadu tokko! Bitootessa 28,2019 Namicha Lilmee gate bishaan keessa lilmee barbaadutu jira. Namni kun lilmoo kana hanga argatutti ifaajee tuujuba galaanaa harka kaahee sakattaa’a. Galaanichi jallisaa cirraacha fi dhoqqee qabaachuun… Read More »