Monthly Archives: March 2019

Targeting the Oromo: ETHSAT’s Terrorism, Ginbot-7’s Anarchism, Dawit Wolde Giorgis’s Dergist-Marxist call for Authoritarianism and Andargatchew Tisge’s Threat of Genocide

Targeting the Oromo: ETHSAT’s Terrorism, Ginbot-7’s Anarchism, Dawit Wolde Giorgis’s Dergist-Marxist call for Authoritarianism and Andargatchew Tisge’s Threat of Genocide በኦሮሞ ሕዝብ ላይ ማነጣጠር: የእሳት አሸባርነት፤ የግንቦት-7 ስርዓተ አልበኝነት፤ የዳዊት ወልደ ጊዮርጊስ ለደርጋዊ ማርክሳዊ ጉልበተኝነት ጥሪና የአንዳርጋቸው ፅጌ የጅምላ ፍጅት… Read More »

IBSA QEERROO WALLOO; Bahaardaar keessatti manneen gubatan; hokkara kotobe

IBSA QEERROO WALLOO; Bahaardaar keessatti manneen gubatan; hokkara kotobe #Bahaardaar Naannoo Amaaraa magaalaa Bahaardaar keessatti manneen daldalaa dhalattoota #Guraagee tahan 20 ol tahanii fi hoteelonni 3 ibiddaan gubachaa jiru. Hardha guyyaa #DrBirhaanuuNaggaa Xiqqeessanii ofirraa ari’an. Gareen maqaa Amaaran of ijaaree socho’aa jiru #ABN sabni biraa jiraachuu… Read More »

RSWO | RIX Oromoota Maccaa’rratti Dhukaasa Summaa’aa Dhukaasuun Miidhaa Jabaa Geessisaa Jiraachuu

RSWO | RIX Oromoota Maccaa’rratti Dhukaasa Summaa’aa Dhukaasuun Miidhaa Jabaa Geessisaa Jiraachuu  RSWO – Bitootessa 24, 2019: Raayyaan Ittisaa Xoophiyaa, Oromoota Maccaa’rratti Dhukaasa Summaa’aa Dhukaasuun Miidhaa Jabaa Geessisaa kan Jiran Ta’uu; Hidhattoonniifi Uummanni Amaaraafi Argobbaa, RIX’n Deggaramuun, Oromoota Karrayyuu’rratti… Read More »

Raya: a category error, and a catalog of errors

Raya: a category error, and a catalog of errors By Alemayehu Weldemariam, March 24, 2019 The people of Raya in northern Ethiopia have diverse origins and so defy simple categorizations. A more accommodating federation and responsive politics would help resolve… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 24, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 24, 2019 SBO Bitootessa 24, 2019. Oduu, Ibsa ABO fi Rakkoo Sulula Finca’aa keessa jiru irratti gaaffii fi deebii taasisame

Akkamitti dhidhima kana keessa Deebinee Seenne?

Akkamitti dhidhima kana keessa Deebinee Seenne? Damee Boruu tin, Bitootessa 24, 2019 Xiyaara Itoophiyaa dhiyyenya kufe yoo agartanii jiraatan lafatti kufee hin cacabne. Humna guddaan utuu deemaa jiruu waan mataa isaa ol qabachuu dadhabeef mataan dhidhima seene. Qabsoon Uummata Oromoo… Read More »

Jaal Marroo Waliin jirra! WBO gaachana keenya!

Jaal Marroo Waliin jirra! WBO gaachana keenya!

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 22, 2019 SBO Bitootessa 22, 2019. Oduu, Ajjechaa Bitootessa 19,2019 Godina Wallagga Lixaa Ona Najjoo keessatti namoota 5 irratti raawwatame ilaalchisee gaaffii fi deebii taasisamee fi marii hoggantoota WMT waliin godhame kutaa 4ffaa  Sitti… Read More »

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame

Yakka Ajjeechaa Najjootti Dalagame ABOtti Maxxansuuf Yaaluun Aangawoota Mootummaa Itoophiyaa Biratti Waanuma Aadeffatame (Ibsa ABO – Bitootessa 22, 2019) Guyyoota 3 dura (Bitootessa 19, 2019) Godina Dhiha Wallaggaa naannoo Magaalaa Najjootti namootni meesha-maleeyyiin (Civilians) 5 kan lammiileen biyya alaa 2 keessatti argaman ajjeefamuun… Read More »

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee Baatii jaha dura waan har’a Oromiyaa keessatti tahaa jiru kan ilaalu Uummata Oromoo hubachiisuuf  maxxansaa “Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee”jedhu  barreessen ture. Gaafa 7/21/2018  Ayyaantuu irrattis bahee turee. Haalli uummatni keenya keessa jiru… Read More »