Monthly Archives: April 2019

‘Ya Burqaa Zimmitaa’: Qeeqa Obbo Addisuu Araggaa fi deebii Tasfaayee Gabra’aab

‘Ya Burqaa Zimmitaa’: Qeeqa Obbo Addisuu Araggaa fi deebii Tasfaayee Gabra’aab Ebla 22, 2019 (BBC Afaan Oromoo) — Kora obbolummaa saboota Oromoo fi Amaaraa cimsuuf Dilbata magaalaa Ambootti qophaa’e irratti hariiroo obbolummaafi waliin jireenya uummataa dhimmoota miidhan irratti dubbiin hogganaan… Read More »

RIB, a soft landing for Lamma Magarsa is the drama of the week!

RIB, a soft landing for Lamma Magarsa is the drama of the week! By Moa Abagodu, April 21, 2019 First the fact that Eng. Aisha was appointed in October, 2018 and six months ago and today she is replaced by… Read More »

Diqaallonni Habashaa Barcuma Wal Jijjiruun Jeequmsa Malee Cee’umsaa Hin Fidu!

Diqaallonni Habashaa Barcuma Wal Jijjiruun Jeequmsa Malee Cee’umsaa Hin Fidu! Damee Boruutiin, Ebla 20, 2019 Bara 27 guutuu Uummatni Oromoo ergamtuu TPLF kan taate OPDO jalatti dhiitamaa, saamamaa, hidhamaa fi ajjeefamaa jireenya salphinaa fi gagadoo jiraachaa akka ture eenyu jalaa… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 19, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 19, 2019 SBO Ebla 19, 2019. Oduu fi Haasaa Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa GGO magaalaa Ambotti kabajame irratti dubbatan

Culture News: First Ever Catwalk Showcasing Oromo Traditional Clothes, Accessories Due Tomorrow

Culture News: First Ever Catwalk Showcasing Oromo Traditional Clothes, Accessories Due Tomorrow Hayalnesh Gezahegn, April 19, 2019 Addis Abeba (Addis Standard) – The first ever fashion show featuring Oromo traditional clothes and accessories is due to be held on Saturday… Read More »

Becoming an OLF-WBO (Miseensa ABO-WBO Ta’uu)

Becoming an OLF – WBO (Miseensa ABO – WBO Ta’uu) By Bedassa Tadesse, April 19, 2019 Many people often ask, how did the OLF develop so many supporters/ members. While the answer to that question is best given by someone… Read More »

Heavy gunfire erupts inside Jijiga

Heavy gunfire erupts inside Jijiga. There is heavy gunfire inside Jijiga. This happened after the government deployed armed Liyu police forces to disperse peaceful demonstration by former members of ONLF. The rebels has been complaining that they haven’t been paid… Read More »

Wallo (Amhara region) keessatti kan Oromoo dha dubbate hundu ‘ABO’ dha

Wallo (Amhara region) keessatti kan Oromoo dha dubbate hundu ‘ABO’ dha Mee kana ilaalaa, kan haqa isaatiif dubbate hundinu ABO dha. Kuni kan ta’e Wallooti  Kanaa gaditi kan argamu kana warraa Amaaratu katabe. Gubaa kanatti kan dubataa jiru ABO… Read More »