Daily Archives: April 14, 2019

Hiriirri Mormii Hidhaa, Ajjeechaa fi Buqqaatii Oromoo Balaaleffatu Washington, DCtti Geggeeffame – Jimaata Ebla 12, 2019

Jimaata Ebla 12, 2019 Hiriirri momii Ijaarsa Dubartoota Oromoo Addunyaa fi Sabboontota Oromoo quuqama uummata isaanii qabaniin qindaa’e magaalaa guddoo Ameerikaa, Washington DCtti gaafa Jimaataa, Ebla 12, 2019 geggeeffameera. Kaayyoon hiriira mormii kanaa yeroo ammaatti hidhaa, ajjeechaa, riibicha, gudeeddaan dubartoota… Read More »