Daily Archives: April 15, 2019

Guyyaan Gootota Oromoo Magaalaa Ambootti Kabajame

Guyyaan Gootota Oromoo Magaalaa Ambootti Kabajame AMBOO (VOA Afaan Oromoo) — Guyyaan Gootota Oromoo har’a Magaalaa Ambootti sirna ho’aadhaan kabajamee jira. Sirna yaadannoo kana irratti kan haasawa dhageessisan Hayyu-Dureen Adda Bilisummaa Oromoo, obbo Daawud Ibsaa mootummaan Uummata Oromoo fi ABO… Read More »

OMN: Kabaja Guyyaa Goototaa Magaalaa Ambootti (Eebla 15, 2019)

OMN: Kabaja Guyyaa Goototaa Magaalaa Ambootti (Eebla 15, 2019) #Yaadannoo Guyyaa goototaa kana oggan yaadadhu bara 2009 imimmaan halkan guutuu sabboontota Oromoo fi maandhee Hawwii Bilisummaa Yuunibarsiitii Adaamaa fi sabboontota jiraattpta magaalaa Adaamaa keessumaa qarree fi Qeerroo #Karrayyuu cobaa bule hin dagadhu. Yaa… Read More »

Soorettii Kadir: ‘Kaayyoon kiyya jiruufi jireenya Oromoo walaloon ibsuudha’

Soorettii Kadir: ‘Kaayyoon kiyya jiruufi jireenya Oromoo walaloon ibsuudha’ Ebla 15, 2019 (BBC Afaan Oromoo) — Sooreettii Kadiir dhaloonni ishee magaalaa Adaamaa yoo ta’uu, kan guddattee immoo Awustraaliyaa magaalaa Melboornitti. Ijoollummaa ishee kan dabarsite hawaasa Oromoo biyyaa Awustraaliyaa jiran waliin… Read More »

Seenaa fi Faarulee Alaabaa Oromoo – hanga tokko

Seenaa fi Faarulee Alaabaa Oromoo – hanga tokko 

Suuraalee Guyyaa Goototaa Oromoo – Ebla 15, 2019

Suuraalee Guyyaa Goototaa Oromoo – Ebla 15, 2019 – Source: FB Guyyaa goototaa ILaalchiisee shamaran wbo warra lolaratti wareegame hanga tokko haa yaadannu. 1- Juukii bareentoo 2-Iftuu hundee 3- leensa bareentoo 4- obsituu Obsaa 5- kullannii boru 6- caaltuu mi’eesoo… Read More »

Ivanka cin Ethiopia to ‘promote women’

Ivanka Trump in Ethiopia to ‘promote women’ (BBC News) — President Donald Trump’s eldest daughter, Ivanka Trump, is in Ethiopia to promote a US government initiative aimed at advancing women’s participation in the workplace. The initiative aims to benefit 50… Read More »

Oduu Guyyaa Goototaa Oromoo, Ebla 15, 2019

Oduu Guyyaa Goototaa Oromoo, Ebla 15, 2019 Naannoolee Oromiyaa fi Saboota Kibbaa humna Minilikiin Weeraraman (1865-1900). 1) Shawaa 1865 2) Walloo 1867-1876 3) Tuulama 1879-1882 4) Macca 1882-1886 5) Wallagga 1879-1886 6) Biyya Gumaa 1879-1882 7) Biyya Gomaa 1879-1887 8)… Read More »

Miidhaan Har’a Miseensota WBO Mooraa Xoollaay Jiran Mudate Maalummaan Isaa Qoratamee ABO fi Ummata Oromoof Ibsamuu Qaba

Miidhaan Har’a Miseensota WBO Mooraa Xoollaay Jiran Mudate Maalummaan Isaa Qoratamee ABO fi Ummata Oromoof Ibsamuu Qaba. (Ibsa ABO – Ebla 14, 2019) Miseensotni Waraana Bilisummaa Oromoo yaamicha Abbootii Gadaatiin hidhannoo isaanii hiikkatanii Abbootii Gadaatti kennuudhaan mooraa Waraanaa Xoollaay seenanii… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 14, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 14, 2019 SBO Ebla 14,2019. Oduu, Ebla 15 GGO ilaalchisee ibsa ABO fi WBO mooraa waraanaa Xoollaay jiru irratti yakka suukanneessaa Summii nyaachisuu raawwatame irratti gaaffii fi deebii miseensa moorichaa waliin.