Daily Archives: April 16, 2019

Waamicha Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo, Washington, DC, Dilbata, Ebla 21, 2019

Konyaan ABO, Washington, DC Guyyaa Gootota Oromoo bara kanaa kabajauuf qophii isaa xumuree jira. Akkuma kanaan, Dilbata Ebla 21, 2019 guyyaa keessaa sa’aa 3:00w.b./pm irraa eegalee sagantaa geggeessuun hawaasa Otromoo naannoo DMV jiran waliin ayyaneffachuuf karoorfatee jira. Kanaaf, guyyaa kanatti… Read More »