Daily Archives: April 24, 2019

Raya Abadura Abagaro: Waayee OPDO maal jedha.

Raya Abadura Abagaro: Waayee OPDO maal jedha. Via Oromiyaa Harmeekoo, Ebla 24, 2019 Wolgahiin ODP Aanaa Gadab Hasaasaatti Huyyoota 4 Dabreen Gaggeeffamaa Ture ODP guutumatti Gara OPDO tti jijjiiramuu isaanii Ifatti muldhiseera Wolgahii Kana Irratti Kan hirmaatan Caasaalee Gandootaa Kan… Read More »

‘Mootummaan seeraan ala Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa diige’ – Bayyanaa Sambatuu

‘Mootummaan seeraan ala Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa diige’ – Bayyanaa Sambatuu April 24, 2019 (BBC Afaan Oromoo) — Bara 2006 kan hundeeffame Gumiin Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromoo waltajjii kaleessa magaalaa Asallaatti taa’een maqaasaa gara Gamtaa Abbootii Gadaa Oromootti geeddareera, dura… Read More »