Monthly Archives: April 2019

Duulli Minilik Ummata Oromootti Bahe Kan Gitaa Moo Weeraraa ti?

Duulli Minilik Ummata Oromootti Bahe Kan Gitaa Moo Weeraraa ti? Abbaa Urjii tiin, Ebla 26, 2019 Gaaffiin armaa olii baroota walakkaa jahaatamootaa Oromoota (sab-boonotaa fii qabsaawoota) fii, hortee nafxanyootaa (Amaara) jiddutti, biyyaa fii alattiis, atakaroo cimtuu turte. Maayyiirratti, Oromoota marsaalee… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 26, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 26, 2019 SBO Ebla 26, 2019. Oduu, Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15nii Godinoota Baha Oromiyaa keessatti geggeessame ilaalchisuun gaaffii fi deebii miseensa GS ABO fi Gaafatamaa Godinoota Bahaa Jaal Billoo Garbii waliin taasisame… Read More »

Chopper Crashes In Ethiopia This Morning

Chopper Crashes In Ethiopia This Morning One of Trans Nation Airways choppers crashed this morning minutes after departure from the Bole International Airport in Addis Ababa, Ethiopia. April 26, 2019 (New Business Ethiopia) — All the two crew and five… Read More »

Aanolee: ‘a tragedy on which Ethiopian sources are silent’

Aanolee: ‘a tragedy on which Ethiopian sources are silent’ By Mohammed Ademo, April 8, 2014 (OPride) – Hundreds of thousands gathered in Hetosa, Arsi zone of Oromia, the largest of Ethiopia’s nine federal states, for the unveiling of the Aanolee Cultural Center… Read More »

RSWO: Marii Dhimma Yeroo’rratti, Hayyuu Oromoo Obbo JAMAAL IBIRAAHIM Waliin Taasifne

RSWO | Marii Dhimma Yeroo’rratti, Hayyuu Oromoo Obbo JAMAAL IBIRAAHIM Waliin Taasifne RSWO – Eebila 25, 2019: Marii Dhimma Yeroo Oromoofi Oromiyaa’rratti, Hayyuu Oromoo Obbo JAMAAL IBIRAAHIM Waliin Taasifne

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 24, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 24, 2019 SBO Ebla 24, 2019. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Hiriira Shaashamannee guyyaa kaleessaa ilaalchisee yaada hirmaataan hiriirichaa kenne

Raya Abadura Abagaro: Waayee OPDO maal jedha.

Raya Abadura Abagaro: Waayee OPDO maal jedha. Via Oromiyaa Harmeekoo, Ebla 24, 2019 Wolgahiin ODP Aanaa Gadab Hasaasaatti Huyyoota 4 Dabreen Gaggeeffamaa Ture ODP guutumatti Gara OPDO tti jijjiiramuu isaanii Ifatti muldhiseera Wolgahii Kana Irratti Kan hirmaatan Caasaalee Gandootaa Kan… Read More »

‘Mootummaan seeraan ala Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa diige’ – Bayyanaa Sambatuu

‘Mootummaan seeraan ala Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa diige’ – Bayyanaa Sambatuu April 24, 2019 (BBC Afaan Oromoo) — Bara 2006 kan hundeeffame Gumiin Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromoo waltajjii kaleessa magaalaa Asallaatti taa’een maqaasaa gara Gamtaa Abbootii Gadaa Oromootti geeddareera, dura… Read More »

OPDO hijacked Oromo struggle for justice and equality and now trying to kill it by targeting Oromo Nationalism, an impossible task!

OPDO hijacked Oromo struggle for justice and equality and now trying to kill it by targeting Oromo Nationalism, an impossible task! By Aba Orma, PhD, April 23, 2019 After ascending to power for most part on the backs of Qeerroo/Qarree… Read More »

OroMaraa Sanyii Haaraan Maaliif Akka Amboo Irratti Dhalatu Barbaachisaa Tahe?

OroMaraa Sanyii Haaraan Maaliif Akka Amboo Irratti Dhalatu Barbaachisaa Tahe? Damee Boruu tiin, Ebla 23, 2019 Bara 1991 waraanni TPLF guyyaatti kilometira 120 deemaa ittisa tokko malee Shagar galuuf yaroo fiigaa jiru Oromoon Ambo gamtaan bahee gotummaa guddaan dura dhaabbate.… Read More »