Monthly Archives: May 2019

OPDOf Yaadni Injifannoo Uummata Oromoo  Dhuunfachuu Eessaa dhufeef

OPDOf Yaadni Injifannoo Uummata Oromoo  Dhuunfachuu Eessaa dhufeef? Damee Boruu: Caamsaa 18, 2019 Uummatni Oromoo xiqqaa fi guddaan, Kabaa amma Kibaa, Bahaa amma Dhihaa akka nama tokkotti irree wal qabatee diina isaa dura murannoo guutuun dhaabbatee wareega guddaa baasudhaan injifannoo… Read More »

Garaagarummaan OPDO fi ODP Maali?

Garaagarummaan OPDO fi ODP Maali? Damee Boruu: Caamsaa 18, 2019 OPDOn yaroo duraa TPLFiin kan bu’ureefamte booji’amtoota RIB Dargiin yoo tahu akeekaa fi kaayyoon TPLF bakkaan gahuuf. Sagantaa mataa ishee waan tokko of harkaa hin qabdu. TPLF maqaa ijaarsa Oromoon… Read More »

Travel Advisory: Ethiopia – Level 2: Exercise Increased Caution

Travel Advisory: Ethiopia – Level 2: Exercise Increased Caution May 13, 2019 (U.S. DEPARTMENT OF STATE — BUREAU OF CONSULAR AFFAIRS) – Exercise increased caution when traveling in Ethiopia due to sporadic civil unrest and communications disruptions. Some areas have increased… Read More »

RSWO | Qeellem Wallagaa, Ona Yamaaloogii Keessatti, Abbootiin Seeraa RIX’n Dhaanaman

RSWO | Qeellem Wallagaa, Ona Yamaaloogii Keessatti, Abbootiin Seeraa RIX’n Dhaanaman RSWO | Qeellem Wallagaa, Ona Yamaaloogii Keessatti, Abbootiin Seeraa Lama, RIX’n Reebamuufi Dararamuu | Hidhaafi Dararaan Oromoota Gujiirratti RIX’n Raawwatamu Daran Jabaatee Jiraachuu | WBO’n Lixaafi Kibba Oromiyaa Keessatti… Read More »

ONN: Qophii Addaa; Sagalee Qeerroo Bilisummaa; Soona Seenaa; Oromo TV: Garaa Mulataa

ONN: Qophii Addaa; Sagalee Qeerroo Bilisummaa; Soona Seenaa; Oromo TV: Garaa Mulata ONN LIVE: Qophii Addaa : Marii dhimma haala yeroo fi maqa xureessii ABO irratti dhiyaatee jira jechuun ABOn ibsa kennee ilaalchisee MSH -GS ABO Addee Saamiyaa Osmaan waliin… Read More »

Hate never breed love; False and denial of truth help no one!

Hate never breed love; False and denial of truth help no one! “I feared that this never happened, even those cited as the ‘force of change’ such as the ‘Team Lemma’ would simply be on whichever side the political power… Read More »

OMN: Gumaata [furdina]; Deebanuu [Faaya Najjoo]

OMN: Gumaata [furdina]; Deebanuu [Faaya Najjoo] OMN: Deebanuu [Faaya Najjoo] (Caamsaa 14, 2019)

ABO: ”Boordii filannootti galmaa’uufi filannoo waggaa dhufuuf qophaa’aa jirra”

ABO: ”Boordii filannootti galmaa’uufi filannoo waggaa dhufuuf qophaa’aa jirra” (BBC Afaan Oromoo) — Addi Bilisummaa Oromoo waliigaltee motummaa waliin erga taasise booda darbe darbe mootummaa waliin wal himachuun mul’atus karaa nagaan qabsaa’uuf biyya keessa sosso’aa jira. Bakkeewwan hedduuttis waajjiraaleen yeroo… Read More »

Dhaaba Ummatni Jaallatu Diinomsachaa Ummatichatti Firoomuun Hin Danda’amu !

Dhaaba Ummatni Jaallatu Diinomsachaa Ummatichatti Firoomuun Hin Danda’amu ! (Ijoo Dubbii ABO – Caamsaa 14, 2019) Bitootessa 14, 2019 Jaarmiyaaleen siyaasaa Itoophiyaa keessatti karaa nagaa socho’an walitti dhufuudhaan adeemsa siyaasaa biyya kanaa keessatti akkaataa ittin waliin socho’an, wal to’atanii fi… Read More »