Daily Archives: May 4, 2019

RSWO – Tarkaanfii WBOn Ona Gullisoo Keessatti, RIB irratti Fudhate, Caamsaa 4, 2019

RSWO – Tarkaanfii WBOn Ona Gullisoo Keessatti, RIB irratti Fudhate, Caamsaa 4, 2019  RSWO – Tarkaanfii WBOn Ona Gullisoo Keessatti, RIB’rratti Fudhate | Hidhaa, Dararaafi Ajjeechaan MKIX’n Ilmaan Oromoo’rratti Raawwatamu Jabaatee Itti-fufuun, Oromoonni Mooraalee Leenjii Waraanaa Sanqalleefi Xoollayitti Hidhamanii… Read More »

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti wa

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti walin ONN LIVE | Sagalee Qeerroo Bilisummaa Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti waraanni mootummaa yakka suukanneessaa uummata Oromoo irratti raawwachuu itti fufeera. |… Read More »

OPDOn Subboonummaa Oromoo Ajjeessuu fi Ajeessuuf Wixxifachaa Jirti!

OPDOn Subboonummaa Oromoo Ajjeessuu fi Ajeessuuf ixxifachaa Jirti! Damee Boruu tiin, Caamsaa 4, 2019 Qondaallonni OPDO har’a aangoo Impaayeera Itoophiyaa fudhannee jira jedhan kun ijaaramuu irraa kaasee umurii isaanii guutuu warra akeeka farra Oromummaa qabatee guddate. Xiyyeefanaa fi siyaasaan itti… Read More »

የኦሮሞ የነፃነት ትግል (ኦነት) ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ክፍል ሶስት

የኦሮሞ የነፃነት ትግል (ኦነት) ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ክፍል ሶስት ሁለተኛ ዙር ብርሃኑ ሁንዴ, Caamsaa 4, 2019 በሁለተኛ ዙር ክፍል ሁለት ፅሁፍ ውስጥ አሁን ያለው የኢትዮጵያ የፌዴራል ስርዓት አደገኛ ሁኔታ ውስጥ እንደሚገኝና ይህንን ስርዓት የሚቃወሙት ኃይሎች ራሳቸውን እያደራጁና ኃይላቸውን… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 3, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 3, 2019 SBO Caamsaa 03, 2019. Oduu, Dhorkamuu GGO Aanolee irratti gaaffii fi deebii taasisame akkasumas ilmaan Oromoo 36 mooraa waraanaa Xoollaayitti fo’amanii hidhaman ilaalchisee gaaffii fi deebii taasisame