Daily Archives: May 5, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Caamsaa 5, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Caamsaa 5, 2019 SBO Caamsaa 05, 2019. Oduu, Miidhaa Humni Addaa Naannoo Amaaraa Ummata Oromoo Walloo fi Karrayyuu irratti geessisaa jiran ilaalchisee marii namoota adda addaa waliin deemsisame

Sidama declares state of impatience

Sidama declares state of impatience By Yohanan Yokamo, May 5, 2019 There may be a unilateral self-declaration of a new Sidama regional state due to government inaction (Ethiopia Insight) — Three weeks ago, crowds of mostly Sidama women held a… Read More »

Lafarraa dhumnee banna malee dhugaa hin dhoksinu – Gochaa Suukkanneessaa – Laaloo Asab

Lafarraa dhumnee banna malee dhugaa hin dhoksinu – Gochaa Suukkanneessaa – Laaloo Asab (Caamsaa 04/05/2019) Guyyaa kaleessaa godina wallagga Lixaa Ona Laaloo Asab laga uwwaa waraanni raayyaa ittisa biyyaa namoota nagaa hojii dhuunfaa hojjatuun jireenya isaanii geggeeffatan itti dhukaasuun ajjeeseera.Gochaan… Read More »