Daily Archives: May 15, 2019

OMN: Gumaata [furdina]; Deebanuu [Faaya Najjoo]

OMN: Gumaata [furdina]; Deebanuu [Faaya Najjoo] OMN: Deebanuu [Faaya Najjoo] (Caamsaa 14, 2019)

ABO: ”Boordii filannootti galmaa’uufi filannoo waggaa dhufuuf qophaa’aa jirra”

ABO: ”Boordii filannootti galmaa’uufi filannoo waggaa dhufuuf qophaa’aa jirra” (BBC Afaan Oromoo) — Addi Bilisummaa Oromoo waliigaltee motummaa waliin erga taasise booda darbe darbe mootummaa waliin wal himachuun mul’atus karaa nagaan qabsaa’uuf biyya keessa sosso’aa jira. Bakkeewwan hedduuttis waajjiraaleen yeroo… Read More »

Dhaaba Ummatni Jaallatu Diinomsachaa Ummatichatti Firoomuun Hin Danda’amu !

Dhaaba Ummatni Jaallatu Diinomsachaa Ummatichatti Firoomuun Hin Danda’amu ! (Ijoo Dubbii ABO – Caamsaa 14, 2019) Bitootessa 14, 2019 Jaarmiyaaleen siyaasaa Itoophiyaa keessatti karaa nagaa socho’an walitti dhufuudhaan adeemsa siyaasaa biyya kanaa keessatti akkaataa ittin waliin socho’an, wal to’atanii fi… Read More »