Daily Archives: May 22, 2019

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 22, 2019

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 22, 2019 Qeerroo : CAAMSAA 22 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Gooroo Doolaa magaalaa Gooroo Daraaraatti waraanni mootummaa namoota nagaa 7 ajjeese. | Weerarri daangaa Oromiyaa Boosatiifi Fantaalleerraan itti fufe. | Kolonel… Read More »

Barruun Asoosaa irraa nu gahe shiroota ABO irratti dalagaman saaxile

Barruun Asoosaa irraa nu gahe shiroota ABO irratti dalagaman saaxile. Pirezidaantii Mootummaa Nannoo B/Gumuuz Obbo Ashaadil Haseniifi atakaroo Dura taa’aa Afayaa’ii duraanii Yeroo darbe mata duree kana jalatti, Garee Ashaadili fi Garee Mul’ataa Wamber gidduutti sababa waldhibdee siyaasaatiin namoota nagaa/qulqulluu… Read More »