Daily Archives: May 25, 2019

WBO Dinagdeen Deggeruun Fardii Dha!

WBO Dinagdeen Deggeruun Fardii Dha! Via Tulluu Hiyyeessaa, Caamsaa 25, 2019 WBO amma guddatee bobbaa isaa bal’ifatee socho’aa jira. Humni WBO magaalaa fi baadiyaa irraa QEERROO fi QARREEN heddumminaan itti dabalamuu fi Oromooti RIB fi humna Poolisii Oromiyaa adda addaa… Read More »