Daily Archives: June 10, 2019

RB- Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-10

RB- Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-10  #IrraDeebiin Kan Maxxanfame: #Dubbistan Malee bira Hin Darbina, Akeekni Uummata Oromoo Giddugaleessa Oromiyaa #Tuulama dhabamsiisuu giddugaleessa godhate akkuma itti fufetti jira!! =================================== Saamichaa Lafa Qotee Bulaa Oromoo Maqaa Mana Waliin Jireenyaa (Kondomiiniyeemii) jedhuun Qofaan Raawwatamee jiru haala kana fakkaata. Hojiin… Read More »

OPDOn Godina Booranaatti maallaqa Abbotii Gadaati hirtee akka WBO balaaleffatan godhaa jirti

OPDOn Godina Booranaatti maallaqa Abbotii Gadaati hirtee akka WBO balaaleffatan godhaa jirti Via Oromo Community Harkaa harkatti kaameraatu issin qabe. Iccitiin kibba Oromiyaatti Ummatni ba’ee akka WBO balaaleffatu godhamaa jiru kanaadha. OPDOn kibba Oromiyaa Godina Booranaatti kara Bulchaa Abbaa Guyyoo… Read More »

“Haa Tahu Jennee Harree Qallee Tahuu Baanan Harree Ganne” Jedhan!

“Haa Tahu Jennee Harree Qallee Tahuu Baanan Harree Ganne” Jedhan! Damee Boruu: Waxabajjii 10, 2019 Ijaarsi OPDO yaroo duraa TPLFiin kan bu’uramte booji’amoota Oromoo waraana Dargii keessa turaniin yoo tahu kaayyoon ishee Uummata Oromoo bakka buutee haala bittaa TPLF mijjeessuuf… Read More »

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo: ‘Tokkummaa Oromoo diiguudhaan Oromiyaa bittimsine Xoophiyaa ijaarra’ jedhanii yaaduun funyoo ittiin of fannisan fo’achuudha!

‘Tokkummaa Oromoo diiguudhaan Oromiyaa bittimsine Xoophiyaa ijaarra’ jedhanii yaaduun funyoo ittiin of fannisan fo’achuudha! Haala yeroo irratti ibsa bal’aa Qeerroo Bilisummaa Oromoorraa kenname. Waxabajji 09, 2019. Finfinnee Oromiyaa Kabajamaa ummata Oromoo kanneen golee addunyaa maratti argamtan; Kabajamtoota jaarmiyaalee siyaasaa kanneen… Read More »

Ethiopia: Lack of accountability for past violations haunts the present

Ethiopia: Lack of accountability for past violations haunts the present By Fisseha Tekle, Amnesty International’s researcher for Ethiopia and Eritrea, 28 May 2019 (Amnesty) — A loud explosion shook the ground in the early afternoon of 28 May 1991 and… Read More »