Namni lola barbaaduuf jedhu sababa hin dhabu
Namni lola barbaaduuf jedhu sababa hin dhabu Berhanu Hundee, Adoolessa 26, 2019 Bulchinsa/bittaa olaantummaa Wayyaanota jalatti uummatni Oromoo sababaalee adda addaatiin hidhamaa, reebamaa fi ajjeefamaa turus, sababni inni guddaan garuu ati miseensa ykn deeggaraa ABO ti jedhamee ti. Namni tokko… Read More »