Daily Archives: August 27, 2019

Mooraan Kaambii Poolisii Gullisoo Gubachaa Jira, Galgala Hagayya 27, 2019

Mooraan Kaambii Poolisi Gullisoo Gubachaa Jira, Galgala Hagayya 27, 2019, #GULLISOO Qeerroon Bilisummaa galgala kana sa’aa 2:30 irratti Magaalaa #Gullisoo bakka buufata #Raayyaa #Ittisa #Biyyaa #Koobii ykn naannoo Waajjira Poolisii Gullisoo fi Hoteela Kaasaayee kan jedhamu cina, kan naannoo marfata Magaalaa biratti argamu kan RGB… Read More »

Addi Bilisummaa Oromoo shira diinotaan diigamuu hin danda’u

Addi Bilisummaa Oromoo shira diinotaan diigamuu hin danda’u Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Hagayya 26/2019 Tibba kana qaamni tokko kan waggaa dheeraa dura mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo diiguuf yaalanii abdii uummata Oromoo kutuuf abbalaa kan turan, warreen shira ulfaataa xaxanii Qabsoo Oromoo gara… Read More »

Waa’ee barnootaa: Obbo Baqqalee Garbaa fi professor Mohammed Hassen Al

Qophii Addaa – Gaaffiifi deebii Obbo Baqqalee Garbaa faana taasifame  Waa’ee barnootaa Professor Mohammed Hassen Ali maal ja’an, Prof Mohammed part 1 (Hagayya 27,2019 

አቶ በቀለ ገርባ ስለ አዲሱ የትምህርት ፍኖተካርታ ምን አሉ?

አቶ በቀለ ገርባ ስለ አዲሱ የትምህርት ፍኖተካርታ ምን አሉ? Bekele Gerba argues that an attempt to weaken Afaan Oromoo is a long standing wish of those who want to dissolve the federal state structure of the country. The Minister of… Read More »

Qeerroo AMBOO Irraa! Waamiicha Hiriira Mormii, Hagayya 28, 2019

Qeerroo AMBOO Irraa! Waamiicha Hiriira Mormii, Hagayya 28, 2018 Waamiicha Hiriira Mormii gaafa 22/12/2011 irraa eegaluun hanga Gaaffiin keenya deebsaa guutuu argatuu Qabsoon Qabsoon keessa itti fufa. Yeroo amma kan Qeerroon Oromiyaa Tokkummaa keenya jabeeffanne Qabsoo itti fufnu. #Dhaamsa Qeerroon Hararghee Qophaayi?… Read More »

Tools to Liberate from Amharic Language in Oromia: Suggestion To-Do

Tools to Liberate from Amharic Language in Oromia: Suggestion To-Do ANF, August 27, 2019 There is no single advantage out of Amharic language for Oromo in Oromia. The Amharic language is a tool for Amhara ethnic group to colonize Oromo… Read More »