Monthly Archives: August 2019

Oromo does not need a change, Oromo needs a fundamental change that does NOT include EPRDF!

Oromo does not need a change, Oromo needs a fundamental change that does NOT include EPRDF! By Abba Orma (PhD), August 28, 2019 Oromo needs not a change, but a fundamental change one that uproots the deep rooted Habesha bureaucracy… Read More »

Mooraan Kaambii Poolisii Gullisoo Gubachaa Jira, Galgala Hagayya 27, 2019

Mooraan Kaambii Poolisi Gullisoo Gubachaa Jira, Galgala Hagayya 27, 2019, #GULLISOO Qeerroon Bilisummaa galgala kana sa’aa 2:30 irratti Magaalaa #Gullisoo bakka buufata #Raayyaa #Ittisa #Biyyaa #Koobii ykn naannoo Waajjira Poolisii Gullisoo fi Hoteela Kaasaayee kan jedhamu cina, kan naannoo marfata Magaalaa biratti argamu kan RGB… Read More »

Addi Bilisummaa Oromoo shira diinotaan diigamuu hin danda’u

Addi Bilisummaa Oromoo shira diinotaan diigamuu hin danda’u Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Hagayya 26/2019 Tibba kana qaamni tokko kan waggaa dheeraa dura mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo diiguuf yaalanii abdii uummata Oromoo kutuuf abbalaa kan turan, warreen shira ulfaataa xaxanii Qabsoo Oromoo gara… Read More »

Waa’ee barnootaa: Obbo Baqqalee Garbaa fi professor Mohammed Hassen Al

Qophii Addaa – Gaaffiifi deebii Obbo Baqqalee Garbaa faana taasifame  Waa’ee barnootaa Professor Mohammed Hassen Ali maal ja’an, Prof Mohammed part 1 (Hagayya 27,2019 

አቶ በቀለ ገርባ ስለ አዲሱ የትምህርት ፍኖተካርታ ምን አሉ?

አቶ በቀለ ገርባ ስለ አዲሱ የትምህርት ፍኖተካርታ ምን አሉ? Bekele Gerba argues that an attempt to weaken Afaan Oromoo is a long standing wish of those who want to dissolve the federal state structure of the country. The Minister of… Read More »

Qeerroo AMBOO Irraa! Waamiicha Hiriira Mormii, Hagayya 28, 2019

Qeerroo AMBOO Irraa! Waamiicha Hiriira Mormii, Hagayya 28, 2018 Waamiicha Hiriira Mormii gaafa 22/12/2011 irraa eegaluun hanga Gaaffiin keenya deebsaa guutuu argatuu Qabsoon Qabsoon keessa itti fufa. Yeroo amma kan Qeerroon Oromiyaa Tokkummaa keenya jabeeffanne Qabsoo itti fufnu. #Dhaamsa Qeerroon Hararghee Qophaayi?… Read More »

Tools to Liberate from Amharic Language in Oromia: Suggestion To-Do

Tools to Liberate from Amharic Language in Oromia: Suggestion To-Do ANF, August 27, 2019 There is no single advantage out of Amharic language for Oromo in Oromia. The Amharic language is a tool for Amhara ethnic group to colonize Oromo… Read More »

Habesha used to remove the breasts, arms, legs of the Oromo people during Menelik Conquests

Habesha used to remove the breasts, arms, legs of the Oromo people during Menelik Conquests Source: Somalis post In the nineteenth century, the Amhara people, who considered themselves the successor to the ancient Christian kingdom of Aksum with roots going… Read More »

Abbaan Gadaa Tulamaa duraanii: “Nuyi Irreechas hin dhaqnu, hin barbaadnu”

Abbaan Gadaa Tulamaa duraanii: “Nuyi Irreechas hin dhaqnu, hin barbaadnu” (BBC Afaan Oromoo)- Walgahii haala nageenyaa irreechaa irratti waaman akka hin teenye dhorkamu isaanii Abbaa Gadaa Tuulamaa duraanii Bayyanaa Sanbatu BBC’tti himaniiru. Xalayaan chaappaa waajjira tokkummaa abbootii gadaa Oromoo jedhuun,… Read More »

Fincila Qeerroo Gudar guyyaa hardhaa gageeffame, Hagayya 25, 2019

Fincila Qeerroo Gudar guyyaa hardhaa gageeffame, Hagayya 25, 2019 Amboo guyyaa araa’a Gudar ti mormiin Qeerroo akumma beeksiifneti kaleesaa dhoyee jirra Guyyaa OPDOs bayy’ee dhiyacha akka jiruu dha . Oromon kana booda manna hudhati gurammu hinqabu dararamnu hinqabu. kanafu Qeerroon Amboo… Read More »

“ጉድ ሳይሰማ መስከረም አይጠባም” ይባላል።

“ጉድ ሳይሰማ መስከረም አይጠባም” ይባላል። Via Rundassa Eshete, August 25, 2019 ኢትዮጵያ ውስጥ በየቀኑ ብዙ የእብደት ጉዶች የሚሰሙ ቢሆንም የአሁኑን ከበድ የሚያደርገው በዚህ የመስከረም ዋዜማ መንግሥት ማበዱን አደባባይ ይዞ መውጣቱ ነው። “ኢትዮጵያ የኩራት ቀን ልታከብር ነው” ሲባል በኃ/ሥላሴ ዘመን አንድ… Read More »