Daily Archives: September 21, 2019

Odeessa mootummaan Ethiopia garee shororkeessaa ISIS fi Alshabab magaalaa Finfinnee keessatti to’anne jedhu guutummaatti kijibadha

Odeessa mootummaan Ethiopia garee shororkeessaa ISIS fi Alshabab magaalaa Finfinnee keessatti to’anne jedhu guutummaatti kijibadha. (SQ Fulbaana 21/2019) — Odeessi kun akka sagalee Qeerroo Bilisummaa oromoo qaqqabe ifoomsutti dursamee dirqama Dr Abiyyiin kan kennamedha. Sababni isaas olola ittiin hojjechuuf akka… Read More »

“Walii Galan Alaa Galan” – Ibsa Eegdota Warraaqsa Oromiyaa

(Ezel Oromia-Fulbaana 20, 2019) “Walii Galan Alaa Galan” Ibsa Eegdota Warraaqsa Oromiyaa Ummannii Oromoo Qabsoo barootaaf taasisaa ture keessatti, Tokummaa isaa cimsachuun Injifataa ta’eera. Ammas haaluma wal fakkaatuun Bilisummaa fi Walabummaa gonfachuuf jabinnaa fi tokkummaa isaan falmachaa jira. Ummatni Oromoo Harqoota… Read More »

Concern over the worrying political, religious and security development in Ethiopia

Subject: Concern over the worrying political, religious and security development in Ethiopia September 21, 2019 Your Excellency Dr. Abiy Ahmed Prime Minister, Federal Democratic Republic of Ethiopia Lorenzo Te’azaz Road, Addis Ababa Subject: Concern over the worrying political, religious and… Read More »

Toronto man who won $10M in lottery dies under mysterious circumstances in Ethiopia

Toronto man who won $10M in lottery dies under mysterious circumstances in Ethiopia ‘I’ve always said that if I won the lottery, I’d help people in need,’ Michael Gebru said after win (CBS News) — A Canadian man whose fortunes… Read More »

Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaa fi Zoonii Kibba

Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaa fi Zoonii Kibba ============================= Kaleessa irraa Eegalee Lola Wal irraa hin Cinne Waraana Bilisummaa Oromoo WBO fi RIP Raayyaa Ittisa OPDO (Raayyaa ittisa biyyaa) gidduutti Lixa Oromiyaatti gaggeeffamaa Jiruun hanga ammatti Waraanni Sirna Gabroomfataa RIP… Read More »

Oduu amma nu gaheen Haati intalakee fidiin haati akkamitti hidhamti?

(SQ- fulbaana 21/2019) – Oduu amma nu gaheen Haati intalakee fidiin haati akkamitti hidhamti? Haati Artist #Seenaa_Solomoon Qeellam Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebee magaalaa Qeebeetti hidhamuu dhageenye. Sababiin haadhi Seenaa hidhamteef yaada “Seenaan bosona jirti” jedhuun tahuu barameera. Artist seenaa Solomoon garuu #minisotaa Abbaa warra… Read More »

Must listen to – OMN: Oduu Galgalaa (Fulbaana 20, 2019)

OMN: Oduu Galgalaa (Fulbaana 20, 2019) Dhageefadha Waan OPDO saba Oromoo gochaa jirtu!

Tarkaanfii Ijibbaataa OPDO Tibbanaa

Tarkaanfii Ijibbaataa OPDO Tibbanaa Dubbisaa Share Waliif Godhaa OPDO Moofaan deebi’aa jirti. Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa Baadiyyaa Bakka Hundaatti Walgahi Uummataa Dirqamaan Kan gaggeessaa jiru Rayyaa itti Biyyaati. Waraanni ulee fudhatee akka Waraanaa Dargi Reebee walgahi Nama Yaasaa jira. Haala… Read More »