Daily Archives: September 25, 2019

Ethiopia says 1,200-plus killed in unrest over past year

Ethiopia says 1,200-plus killed in unrest over past year ADDIS ABABA, Ethiopia (AP) — The office of Ethiopia’s attorney general says more than 1,200 people have been killed and more than 1.2 million displaced in clashes in the country over… Read More »

Ibsa Haala Yeroo fi Ayyaana Irreecha

Ibsa Haala Yeroo fi Ayyaana Irreecha (SBO Fulbaana 25, 2019) Ajjeechaa Suukanneessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa jedhamu Godina Qeellam Wallaggaatti Obbo Yohaannis Fiixee irratti Raawwate Ilaalchisuun TVn ONN maatii isaanii Waliin turtii taasisee jira. Yeroo gabaabaa keessatti isiniif dhiheessa hordofuu hin… Read More »

Awwal Abdiifi Ajjeechaa Gadab Asaasaa

Awwal Abdiifi Ajjeechaa Gadab Asaasaa Odeessa keessoo ODP tii dhufe!! Via Yaya Beshir, September 24, 2019 Odeessa kana baasuun kan barbaachiseef ummanni waan deemaa jiru beekuu qaba ejjennoo jedhuuni. Ummanni dhugaa jiru yoo beeke badii irra hamaa dhufu dursee ofirraa… Read More »

Geetaachoo Raddaa: ”Garaagarummaan yaadaa bakka jirutti walitti baquun hin yaadamu”

Geetaachoo Raddaa: ”Garaagarummaan yaadaa bakka jirutti walitti baquun hin yaadamu” (BBC Afaan  Oromoo) — Paartilee Obboleewwanii afur ODP, ADP, ABUT fi Paartii Uummattootaa Kibbaa irraa kan hundeeffame paartiin ADWUI walitti baquun maqaa haaraa qabatee as bahuuf oduun jedhu tibbana miidiyaa… Read More »

Free these Oromo political prisoners!

#Oromia-Free these Oromo political prisoners! 1. Colonel Gammachuu Ayyaanaa 2. Prof. Bayyanaa Ruuda 3. Gadaa Bultii 4. Adunyaa Keessoo 5. Biqilaa Amanuu Abbaashomaa 6. Odaa Labsii 7. Abdii Abbaa Dammituu 8. Kaayyoo fufaa 9. Caalaa Baayisaa 10. Olii durumaa 11.… Read More »

Odeessa keessoo ODP tii dhufe!!

Odeessa keessoo ODP tii dhufe!! Via Yaya Beshir, September 24, 2019 Odeessa kana baasuun kan barbaachiseef ummanni waan deemaa jiru beekuu qaba ejjennoo jedhuuni. Ummanni dhugaa jiru yoo beeke badii irra hamaa dhufu dursee ofirraa eeguuf gargaarama. Odeessa kanatti osoo… Read More »