Daily Archives: September 29, 2019

Shira Haaraa ittiin OPDOn Gadi bawuuf jettuu; Aayiraa Gullisoo Lafa Dhiigaa Akeeldaamaa

Shira Haaraa ittiin OPDOn Gadi bawuuf jettuu hubadhaa Oromoo Fulb/29/2019 Waan Amma Deema Jiru, Qeerroofi Ummanni Beekuu qabu. Mootummaan Amma Dallansuu Ummataa Hubatee afaan Mi’aawwee as ba’aa jira. Tasa Ummati Oromoo 2ffaa Mootummaa Wayyaneen hundeeffamte kana Sekendiif amanuu hin qabu…… Read More »