Daily Archives: December 15, 2019

Statement from OCA of North America: Attacking Qeerroo is Attacking the Oromo People!

Oromo Communities’ Association of North America 6212 3rd St NW, Washington, DC 20011 December 10, 2019 We, members of the Oromo Communities’ Association of North America (OCA-NA), an umbrella organization of Oromo communities in the United States, strongly condemn the… Read More »

Prominent Oromo freedom advocate, Dr. Asaffaa Kuruu Jabanaa, dies

Prominent Oromo freedom advocate, Dr. Asaffaa Kuruu Jabanaa, dies It is with profound sadness that we share the news of the passing of Dr. Asaffaa Kuruu Jabanaa, an Environmental Scientist, a strong advocate of freedom and proponent of peace for… Read More »

‘waa’ee Finfinnee furmaata ijibbaataa kennuuf hojjenna’-obbo Dawuud Ibsaa

‘waa’ee Finfinnee furmaata ijibbaataa kennuuf hojjenna’-obbo Dawuud Ibsaa (BBC Afaan Oromoo) — Finfinneen bu’uura seenaa irratti hundaa’uudhaan bulchiinsa Oromiyaa jala akka galtuuf hojjenna jedhan hayyuu dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa. Hayyu dureen Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaa, kora uummataa… Read More »

Gabaasa ‘OSG’: ‘Ji’oota jahaan darban Oromoonni 64 ajjeefaman’

Gabaasa ‘OSG’: ‘Ji’oota jahaan darban Oromoonni 64 ajjeefaman’ (BBC Afaan Oromoo) — Ji’oota jahan darban Oromoonni 64 akka malee ajjeefaman, 1400 ol kan ta’an ammoo akkanumaan qabamanii hidhamaniiru jedha gabaasni dhaabbata mirga namoomaa ‘Oromia Support Group’ baase. Gabaasi kun ajjeechaa… Read More »

Dhaabini Dhaabbii Hin Qabne faayidaa Hin Qabu

Dhaabini Dhaabbii Hin Qabne faayidaa Hin Qabu Damee Boruu: Muddee 14, 2019 Bara keessa jiru kana dhaabbolii baayyeen maqaa Uummata Oromoon ijaaramanii akka socho’aa jiran agarra. Warra kana keessaa ABO, KFO, PBO fi OPDOn (utuu hin diigamiin dura) Gaadisaa Hoogana… Read More »

Ajajaa WBO Zoonii Lixaa: ‘Qabsoo nagaatti deebi’uuf qabxiiwwan ijoo dhugaatti guutamuu qaban jiru’

Ajajaa WBO Zoonii Lixaa: ‘Qabsoo nagaatti deebi’uuf qabxiiwwan ijoo dhugaatti guutamuu qaban jiru’ Source: BBC Afaan Oromoo Lixni Oromiyaa erga bulchiinsa Komaand Postii jala galtee amma waggaa tokkoof deema. Naannichatti yeroo garaagaraatti ajjeechaan namoota nagaa irratti yeroo raawwatus ni himama.… Read More »