Daily Archives: December 25, 2019

OBS Jaalala Dhokataa – Diramaa Afaan Oromoo, Kutaa 1 – 11 – Enjoy

OBS Jaalala Dhokataa – Diramaa Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa OBS Jaalala Dhokataa – Kutaa 2ffaa OBS Jaalala Dhokataa – Kutaa 3ffaa OBS Jaalala Dhokataa – Kutaa 4ffaa OBS Jaalala Dhokataa – Kutaa 5ffaa OBS Jaalala Dhokataa – Kutaa 6ffaa OBS… Read More »

WBOn kaambii Raayyaa Ittisaa Magaalaa Moyyaalee keessatti argamu’rratti tarkaanfii fudhachuu | RSWO

WBOn kaambii Raayyaa Ittisaa Magaalaa Moyyaalee keessatti argamu’rratti tarkaanfii fudhachuu | RSWO Barattoonni Oromoo Y. Jimmaa, 2 barnootarraa ari’amuu, 8 immoo ragaa sobaatiin hidhamuu | Kaambii waraana MKIX Magaalaa Moyyaalee keessatti argamu’rratti WBOn tarkaanfii fudhachuu | RSWO – Mudde 24,… Read More »

Gammachuu Ayyaanaa: Qondaalli ABO hidhaa gadhiifaman qabiinsa mirgaa qeeqan

Gammachuu Ayyaanaa: Qondaalli ABO hidhaa gadhiifaman qabiinsa mirgaa qeeqan (BBC Afaan Oromoo) — Aanga’aan waraanaa duraanii Adda Bilisummaa Oromoo Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa baatilee 11 booda gadhiifaman. Koloneel Gammachuun shoroorkeessummaafi saamicha baankilee Lixa Oromiyaatti raawwatame qindeessuun shakkamanii mana murtiitti deddeebi’aa… Read More »