Daily Archives: January 7, 2020

RSWO: Addaan citiinsa neetiwoorkii, haala sochii WBO fi “Humna Addaa Oromiyaa”

RSWO: Addaan citiinsa neetiwoorkii, haala sochii WBO fi “Humna Addaa Oromiyaa” Bobbaa “Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa” hordofuun, addaan citiinsa neetiwoorkii fi humna ibsaa, Lixa Oromiyaa keessatti uumamee jiruun wal-qabatee, haala ulfaataa Oromoonni Lixa Oromiyaa torban kana keessa jiran; haala sochii… Read More »

Ethiopia Returns to Double-Digit Economic Growth; check the cost of living also

Ethiopia Returns to Double-Digit Economic Growth; check the cost of living also ከዚህ ሁሉ መስፈርት ያጣ ነጭ ዉሸት አድነን!! – Please find below a reality check. By Samuel Gebre, January 7, 2020 (Bloomberg) — Ethiopia forecasts economic growth will accelerate… Read More »

Itoophiyaa: Lixa Oromiyaarraa bilbillii fi interneetii maaliif uggurame?

Itoophiyaa: Lixa Oromiyaarraa bilbillii fi interneetii maaliif uggurame? (BBC Afaan Oromoo) — Kutaaleen lixa Oromiyaa irraa tajaajilli interneetii fi bilbilaa adda cituu fi rakkoon nageenyaa uumamee akka jiru gidduu kana dubbii ijoo miidiyaa hawaasummaa ta’eera. BBCn waan Godinaalee Wallaggaa lixaa… Read More »

Qeerroo Bilisummaa Oromoo: Waamicha birmaannaa.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo: Waamicha birmaannaa. Duula duguuggaa wal irraatti ilaaluun umurii gabrummaa nurraatti dheeressuu bira darbee badii saba oromoo habashoonni abjootaa turaan dhugoomsa. Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Amajjii 07, 2020 Roorroo fi roorrisaan biyyaa itophiyaa jedhaamtu tana keessaatti addaatti qooduun saba… Read More »

የሲዳማ ዳያስፖራ ማህበር በወቅታዊ ጉዳዮች ላይ የሰጠው መግለጫ

የሲዳማ ዳያስፖራ ማህበር በወቅታዊ ጉዳዮች ላይ የሰጠው መግለጫ የሲዳማ ሕዝብ ለዘመናት ሲጠይቀው የነበረ የራስ አስተዳደር የክልል ጥያቄ የሕዝብ ውሳኔ የተሰጠው መሆኑ ይታወቃል። በሂደቱ አዎንታዊ ሚና የነበራቸውን ሁሉንም አካላት የሲዳማ ዳያስፖራ ማህበር ማመስገኑም ይታወሳል። ሆኖም የሕዝቡን ውሳኔ ተከትሎ መሰራት ያለባቸው የሽግግር… Read More »