Daily Archives: January 30, 2020

Warraaqsa Dirmannaa Oromoon Afran-Qalloo Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaaf Taasisan | RSWO

Warraaqsa Dirmannaa Oromoon Afran-Qalloo Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaaf Taasisan | RSWO Oromoon Afran-Qalloo, dirmannaa Oromoota Maccaa, Gujiifi Booranaaf taasisuun, warraaqsa eegalan itti fufanii jiraachuu | Duguuggaan sanyii RIX’n Oromoo Maccaa irratti raawwatamu daran jabaatee itti fufuun, guyyaa har’aa (30/01/2020) qofa,… Read More »

Guyyaa har’aa kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti namoota nagaan 21 Waraana ajjeessan

Guyyaa har’aa (Amajjii 30, 2020) kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti namoota nagaan 21 Waraani Itoophiyaa ajjeesse Lixa Oromiyaa #Gidaamiif Dirmadhaa! Guyyaa har’aa kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti waraanni Habashootaa Kolonel Abiy Ahmed’ saba daguuguuf gadi erge uummata maasii qonnaa keessa hojii bultoosaa hojjetatu… Read More »