Daily Archives: February 21, 2020

BREAKING_NEWS #ሰበር ሚስጥር ዶ/ር #አብይ አህመድ: Waan Ajaa’ibaa Abiy Ahmed Biyya Arabaatti Raawwate ilaali

BREAKING_NEWS #ሰበር ሚስጥር ዶ/ር #አብይ አህመድ: Waan Ajaa’ibaa Abiy Ahmed Biyya Arabaatti Raawwate ilaali 00

Atileet Birhaanee Abaabil riikordii addunyaa cabsite

Atileet Birhaanee Abaabil riikordii addunyaa cabsite (BBC Afaan Oromoo) — Atileet Birhaanee Abaabil fiigicha maaraatoonii walakkaa rikoordii addunyaa kan dubartootaa cabsite. Atileetiin ganna 28 kun dorgommii maaraatoonii walakkaa ‘Ras-al-khaimah’ jedhamu UAE Jimaata ganama fiigame sa’aatii tokko, daqiiqaa afur fi sakandii… Read More »

Buraayyuu keessatti Komaander Solomon Taaddasaa qaamni mootummaatin ajjeefame

Buraayyuu keessatti Komaander Solomon Taaddasaa qaama mootummaatin ajjeefame Guraandhala 21, 2020 Komaander Solomon Taaddasaa Buraayyuutti ajjeefame odeessa jedhu maxxaansaalee marsaa hawwaasaa kana irraan dubbisaa jira. Dhimma ajjeechaa kanaa namootiin barreessan akka qaamni mootummaa raawwatedha. Keessattuu miseensonni KFO nama kana sabboonaa… Read More »

የብልጽግና ኅልዉና ከ”ማሸነፍ” ጋር የተሳሰረ ነዉ፡፡

የብልጽግና ኅልዉና ከ”ማሸነፍ” ጋር የተሳሰረ ነዉ፡፡ ፍዳ ቱምሳ, Guraandhala 21, 2020 በኢትዮጵያ ለሁለተኛ ጊዜ መንግስት ያቋቋመዉ ፓርቲ ተመስርቶአል፡፡ የመጀመሪያዉንም ያሁኑንም የመሠረቱት ኮሎኔሎች ናቸዉ፡፡ ፈርዶብን !! ሁለቱም ፓርቲዎች የተመሠረቱት በአራት ኪሎ ቤተመንግሥት ዉስጥ ነበር። የመጀመሪያው፤ ኢሰፓ፣ ከሱ ቀድመዉ የነበሩ ፓርቲዎችን/ድርጅቶችን አፍርሶ፣ዉስጥ… Read More »