Daily Archives: February 29, 2020

KMN:- IBSA Adda Bilisummaa Oromoo irraa kenname, Guraandhala 29, 2020

KMN:- IBSA Adda Bilisummaa Oromoo irraa kenname, Guraandhala 29, 2020   Qabsoo ijibbaataa gaggeessuudhaan uummata keenya kabachiifna! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Gurraandhala 29,2020 Finfinnee Oromiyaa Qabsoo Oromoo maseensuuf aggaammii godhamu mara irra aanuuf, duula qabsoo Oromoo goksuuf tattaaffii mootummaa abbaa… Read More »

‘Waraanni mootummaan WBO fakkeessee bobbaase guute’

‘Waraanni mootummaan WBO fakkeessee bobbaase guute’ “Waraanni Bilisummaa Oromoo namoota ni jaallata, ni kabajas. Ummannis akka jiraatu barbaada malee hin balleessu,” jedhu ajajaa olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo ta’uu kan himan Obbo Dhugaasaa Bakakkoo. Hayyu duree itti aanaa Adda Bilisummaa Oromoo… Read More »