TVOMT – ONN: Gombisaa Ogeeyyii, Rakkoon tokkummaa fii billisummaa oromoo hudhee qabe maali


ODM Ebla 4, 2020 kutaa 33ffaa Tamsaasa Kallattii keenya guyyaa hardhaan Abbaa Qabeenya Oromoo fi hundeessa Kolleejjii OPEN 2020 Professor Bumaddiin Alii Waliin turtii taasifna.Odeeffannoo dabalataaf https://www.youtube.com/channel/UCZ8iwekpRGpPmloC4VCGNzQ YouTube irratti ‘SUBSCRIBE’ fi Fuula facebook keenyas https://www.facebook.com/Miidiyaa Diyaaspooraa Oromoo- ODM/ ‘Follow fi Like’ gochudhaan nu hordofa!Odeeffannoo ragaa qabu ODM’dhaaf kennuu yoo barbaaddan immoo lakkoofsa bilbila +1-202-415-7560 nu gahu dandeessu.Warreen Ameerikaa Kaabaa fi naannoo ishee jirtaniis yeroo dhiyootti gama Raadiyooodhaan lakkoofsa bilbila 1 518-906-1784 bilbiludhaan baasii tokko malee bilisan qophii keenya hordofu dandeessu!Qophiin kun tamsaasa kallattiin isiniif darbatti kan jirudha rakkoo teeknikaa nu mudachatti jirudhaaf dhiifama gudddaa isin gaafanna.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...