By | December 29, 2019


B. Jeneraal Gabratsaadiq G. Mikaa’el fi eegdota isaa nama 8 irratti WBO’n tarkaanfii fudhachuu | RSWO


Lixa Oromiyaa, Konyaa Qeellam Wallaggaa, Ona Anfilloo keessatti, Oromoonni 6 RIX’n Ajjeefamuun, kanneen ajjeefaman keessaa reeffi namoota 2 gubamuu | Ajajaa Koomaandi Poostii Konyaalee Wallaggaa 4’ranii kan ta’e qondaalli Waraanaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaa Birgaadar J. Gabratsaadiq Gabramikaa’el kan jedhamu eegdota isaa 8 waliin, Ona Gidaamii keessatti Waraana Bilisummaa Oromootiin haleelamuu | RSWO – Mudde 29, 2019








Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.