By | December 4, 2018


Barattoota Rasaasaan Rukutaman

Barattoota Rasaasaan Rukutaman keessaa

1 Alamuu Margaa
2 Dachaasaa Furgaasaa
3 Geetuu Kabbadaa
4 Camadaa Garbichaa
5 Jaarraa Baqqalaa
6_Mararaa Fiqaaduu
7 Balaachoo Abdataa
8 Iddoo Caaloo
9 Masarat Tsaggaayee
10 Dabalaa Caalii..

Isa qawwee baatee matrayyasii hidhatee daangaa irraa nama fixaa jiru dhiisanii ol deebi’anii uummata harka qullaa harka ol qabee ajjechaan nurraa hadhaabbatu jedhee mootummaatti wawwaatu rasaasaan hunkuruun kun maalinni?

Uummatni kan jedhaa jiru dhaqaatii isa nu’ajjeesaa jiru nurraa ittisaa dha. Inni buqqa’ee beelaaf dheebuu akkasumas daara dhabuun rakkachaa jiraatii mootummaan hiika itti haagodhuu dha gaaffin jiru. Utuu uummatni hin iiyyanne ta’ee callisee jiraatee, yoona Gumuzittiis taate jarri teellaadhaan tosh jechaa jiru sun Finfinnee seenuun waan hin oolle ture.

Kan qeyee isaa irratti diinaan miidhaan irra ga’aa jirus kan rasaasa ergamtoota mootummaatiin ajjeefamus sabuma tokko ta’uun baay’ee nama gaddisiisa.








Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.