By | March 28, 2019


Oduu Ammee: Haaromsa ODP. Where is the change? ጉድ እኮ ነው!

Koreen hojii rawwachiftuu ODP, bakka Dr Workinee Gabayyoo Obbo #Umar Huseen filachuun walgahiisaa xumuramee jira. Dr. Alamuu Simee dhimma kana ilaalchisuun midiyaaf Ibsa kennaniiru.
Haluma kanaan KHR ODP:
1. Dr Abiyyi Ahmed
2. Obboo lammaa Magarsaa
3. Obboo Umurii Huseen
4. Dr Alamuu Simee
5. Obboo Shimalis Abdisaa
6. Obboo Addisuu Areggaa
7. Addee Adanech Habebee
8. Obboo Fiqaaduu Tassammaa
9. Obboo Birhaanuu Tsaggaayee akka ta’an ibsameera.






Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.