By | July 8, 2019


Hidhamtoonni Siyaasa Mooraa Sanqallee keessa jiran Yeroo ammaa kana lagannaa nyaataa gochaa jiru.


Adooleessaa 8/2019

#MANDII!!

magaalaan mandii yeroo ammaa sa’a 1:00 kaasee waraana
garboongataa EPRDF ‘kan ODP’n durfamuun naanna’ee
RIB’n marfamee jira.akka sababni halkan kana
#Hidhamtoota magaala mandiitti argaman Xoolliyaattii
fehuuf jefhamaa jira.


Sirni EPRDF Lola( Waraana) Badaa Roga Sadiin ( #Bad_Triangular_War) gaggeessaa jira.
==========================
Mootummaan EPRDF Kan Dr Abiyi Ahmediin Gaggeeffama jiru yeroo tokkotti Waraana badaa roga 3 gaggeessa jira.
1ffaa Walii Isaa Gidduutti Waraana gaggeessa jira. Fkn Yaalii Fonqolcha irraa deddeebi’ame godhamaa jiru.
2ffaa. Waraanaa Uummata Oromoo irratti gaggeessa jira. Fkn duula hidhaa, ajjechaafi hiraarsa Oromiyaa keessatti itti fufinsaan gaggeeffama jiru.
3ffaa Waraana Lola WBO irratti EPRDF gaggeessa jiru. FKN Bobbaa Waraana EPRDF Godinalee Oromiyaa Gujiif Boorana, Wallaaggaafi Gidduugaleessaa Oromiyaatti Sochii Waraanaa golgaa Komaandii Postii godhateen gaggeeffama jiru. Adeemsi kun Biyyatti gaaga’ama keessaa bahuu hin dandeenye keessa galcha!!


#Amboo_Update

Hidhamtoonni Siyaasa Mooraa Sanqallee keessa jiran Yeroo ammaa kana lagannaa nyaataa fi dhaadannoo guddaan Mooraa Kaampii Sanqallee keessatti gochaa jiru. Kaayyoon hiriira isaaniis

👉 Nuti ABO dha Nu yakkamtoota miti, Hattuus miti nu Oromoodha, Hattoonni Maqalee jiru, Finfinnee 4 kiiloo jiru nu hiikaa

👉 Kaleessa Maqaa ABOn Hardha Maqaa ABOn hidhaan nurra haa dhaabatu

👉 Biyyi keenya Oromiyaa nu Oromoo Oromoo ta’uu keenyaan dararaan Uummata keenya irraa haa dhaabatu

👉 ODPn gantuudha fi kkf dhaadannoo guddaa dhageessifachaa jiru.

Uummanni Amboo baatanii Lammiilee keenya achitti reebamaa jiraniif haa birmannu

Ambo West Shoa Sanqale Police Camp are terrorizing Oromoo political prisoners. Those prisoners come across from whole Oromiyaa by the name of You are the supporter of OLF ( Oromoo Liberation Front) many of them are elders and there are so many pregnant a women, children which their age was under 18. Ethiopia Government is terrorizing those people since last month.

Now those Prisoner are on the strick of food and are remonstrating on

1. We are not terrorist we are Oromoo free us

2. We are not criminal, the criminal and accused people present in Tigray region and 4 kilo

Know the Federal police and Oromiyaa special force are now try to crackle the demonstrator.

Via WBO Tube








Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.