By | December 14, 2018


Hiriirra Godina Boorana Guyyaa Kaleefi Hardhaa


Mudde 14/2018 Godina Booranaa Taltallee, Yaa’abelloofi Dubluqitti Hiriirri mormii yakka haleellaa waraanaa Magaalaa Moyyaalee irratti gaggeeffameen lubbuu ilmaan Oromoo wareegamaniifi hedduu madeeffaman balaaleffachuun uummatni fi Qeerroon hiriira gochaa jira.!! Dhaadannooleen dhageessifama jiran keessa :

  1. Yakki ajjeechaa waraanaa uumnata Oromoo irraa haa dhaabbatu,
  2. waraanni Itoophiyaa (EPRDF) haleellaa waraanaa nurraatti rawwatamu nurraa ittisaa hin jiru, bobaa saaquufin nu rukuchiisan nurraa haa kaafaman!!
  3. Humni poolisii Oromiyaa hidhannoo guutuun nuuf haa ramadamu
  4. waraanni naannoo shanii (humni addaa Somaalee) meshaalee ammayyaan haleellaa nurratti rawwate daangaa Oromiyaa cabsuun alaabaa naannoo shanii Oromiyaa keessa dhaabamee jiru haa buqqifamu! Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!!
  5. Qaamootni itti gaafatamummaa waraanaafi nageenyaa naannoo Godina Booranaafi Moyyaaleetti qaban seeratti haa dhiyaata ,
  6. uummata keenya madaa’ee, qee’erraa buqqaa’eefi qabeenyi duraa barbadaa’eef dirmannaa kallattii hundaan barbaadna jechuun sagalee isaanii dhageesifata jiru!!




Via Abduba Halake
Colonel Abebe Geresu – Oromia Peace Affairs Betrayal at highest Level Abebe Geresu disrespected Borana at highest level and switched side with the Somalia invading force after the later started war and killed innocent Oromo civilians in Moyale town.

The Somalia expansionist started the war on Moyale long time ago. However, the invasion hit its peak in 2012 when they mobilized more 800 of their men to the peripheries of Moyale that ignite a conflict and the removal of these contingencies. Since then, the force supported by Wayane has been attacking the town every now and then.

All these facts are known to Abebe Geresu who has been wayane’s messenger in those days. Today’s interview he gave to OMN is his continuation of his evil work fulfilling the order of his bosses. He has so much contempt to Oromo people to the level insulting the journalist and people who post the ongoing manslaughter in Moyale on social media. His aggression towards the journalist and our people are to cover the shame of Oromia government’s inability to defend its own people.

Abebe Geresu, the surrogate son of Wayane, is now becoming the mouth piece of Somalia region instead of Oromia. He called the Borana people liars, vagabonds, thieves and all the curse words his wayane’s bosses taught him. Abebe Geresu is the official appointee of Lemma Megerassa, the president of
Oromia region. That means his view is the view of the office of Lemma Megerssa unless President Lemma comment on the interview Abebe gave.

The Borana people strongly condemn the Abebe’s malicious act and ask the office of the President
Lemma to give explanation in this matter. This interview is like adding insult to an injury.



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.