By | December 20, 2019


I/A Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa | Injifannoo boonsaa WBOn tibbana loltoota MKIX’rratti galmeesse

WBOn Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, waraana Mootummaa Koloneeffataa Xoophiyaa gamasitti bobba’uun, Uummata Oromoo irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jirurratti tarkaanfii fudhachuun, injifannoo galmeessuu ilaalchisuun Jaal WAAQOMSAA GUUTUU – Itti Aanaa Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa’rraa kan odeeffanne
RSWO – Mudde 19, 2019




ONN | Marii ABOn Sabaa fi Sablammoota Magaalaa Sulultaa waliin taasise kutaa Jalqabaa.
658 views•Streamed live on Dec 18, 2019









Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.