By | January 14, 2020


KMN: ከምዕራቡ የኦሮሞ ነፃነት ጦር አዛዥ መሮ ዲሪባ (Jaal Marroo)ጋር የተደረገ ልዩ ቆይታ – Amajjii 14, 2020


HNN LIVE | Haala Yeroo Irratti marii Dr Gizaachoo fi Obbo Jamaal Ibraahim waliin godhamee.Amajjii 14, 2020


#Beeksisa;

Qabsaa’ota yeroo adda addaatti manneen hidhaa turtan hundaaf. Dhaabni keessan ABOn Jimaata (Amajjii 17, 2020) dhufu ganama saa’atii 3:00 irratti isin mariisisuuf ballama qabatee jira. Isinis waajjira ABO Gullalleetti argamuun dhaaba keessan waliin dhimmoota adda addaarratti akka mari’attan waamicha goona.

Adda Bilisummaa Oromoo.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.