By | August 27, 2019


Mooraan Kaambii Poolisi Gullisoo Gubachaa Jira, Galgala Hagayya 27, 2019,

#GULLISOO

Qeerroon Bilisummaa galgala kana sa’aa 2:30 irratti Magaalaa #Gullisoo bakka buufata #Raayyaa #Ittisa #Biyyaa #Koobii ykn naannoo Waajjira Poolisii Gullisoo fi Hoteela Kaasaayee kan jedhamu cina, kan naannoo marfata Magaalaa biratti argamu kan RGB irratti tarkaanfii fudhatee jira. Ergasii Magaalaan #Gullisoo dhukaasa hamaa keessumsiistee jirti. Namootni daandii irra jirtan of eeggannoo cimsaa hatattamaan mana keessanitti galaa!

Mooraan kaambii diinaa gubachuu jalqabeera. Ka’i qeerroo namoota nagaa qorichaan mama hidhaa keessatti dararaamaa jiran baasi. Qe’ee oromoo gubachaa jiru bishaan itti naqii dhaamsi. Xinnaaf guddaa qalamaa jiru if sagalee ta’i.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.