By | February 2, 2020


Naannoo Amaaraa Gondar, Azazootti Qabeenyi Muslimaa barbadaa’ee

Naannoo Amaaraa Gondar, Azazootti har’as (Feberuary, 1, 2020) qabeenyi Muslimaa Birrii Miiliyoona baay’eetti shallagamu garee Faannoo jedhee of waamuun barbadaa’eera. Suuqiiwwan, Manneen nyaataa fi manneen daldalaa garagaraatu barbadaa’e. Dukkaanni 21 guutuun guutuutti kan barbadaa’e yoo tahu manneen Baabura midhaan daaku, manneen kuusaa midhaanii, manneen nyaataa fi iddoowwan daldalaa garagaraatis gubataniiru.

“Mootummaa Cundhuuraa!” jedhe Baqqalaa Garbaa. Mootummaan kun Amaaraa fi Tigraay bulchaa hin jiru. Akkanumaan Itoophiyaa jechaa oola malee naannolee kana lamaan harkaa hin qabu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.